Dubartoota sababii adda addaatiin osoo hinbaratiin hafan

Maxxanfame

Gayyeessota addunyaa hinbaratiin sadi keessaa lama dubartoota. Kanaafu, dubarriifi dubartoonni barachuun akka hindubbifnee fi hin barreessine maaltu dhorkee?