Abbaan qabeenyaa beekamaan Chaayinaa hojjattoota isaa akkasiin bohaarsa

Maxxanfame

Abbaan qabeenyaa Alibaabaa shubbistoota yookaan weellistoota osoo hin qacariin, ofiisaaf hojjattoota dhaabbatichaa bohaarsa.