Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Warqee maaliif garmalee jaalanna?
Warqee maaliif garmalee jaalanna?
Maxxanfame
Warqee garuu maaliif akkana jaalanna?
Itoophiyaa dabalatee biyyoota adda addaatti faayaaf, qabeenya ol kaa’uuf, yookiin akka kennaatti namoonni warqii filatu.
Atileetonni yoo injifatan, badhaasa Oskaar irrattis badhaasni kennamu warqiidha.
Haa ta’u malee, akkamiin jaalalli qixa dhabe dhalli namaa warqiif qabu seenaa badaaf ka’umsa akka ta’e BBC’n odeeffateera.