Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Marsariitiiwwan viidiyoo dubartoota dhiirotaan miidhaan saalaa irra gahu daldalan
Sagantaan BBC Eye marsariitiiwwan waraabbii viidiyoo dubartoota warra dhiiraatiin miidhaan saalaa irratti raawwatame kumaatama daldalan qorate.
Miidhaan saalaa kunis atobisii fi baabuura keessatti ykn lafa namoonni itti baayyatan Baha Eshiyaatti argaman kan biraatti fa'idha.
Marsariitiiwwan kunneenis nama ifatti hin beekamnee garuu 'Uncle Qi' jedhun durfamu. Namni kunis hawaasaa karaa intarneetiin viidiyoowwan kanneen dowwataniin akka dursaa kabajamaatti jajama.
Ofii namni kun eenyu?
Viidiyoo kana yoo doowwattan addunyaa dukanaa fi wal xaxaan kun attamiin akka hojjatu hubattu.