Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
'Isan akkana qaama kiyya dadachaasu, tolchituu naan jedhu'
'Isan akkana qaama kiyya dadachaasu, tolchituu naan jedhu'
Maxxanfame
Dargaggoon kuni Jures Kombilaa jedhama. Lammii Gaabonidha. Qaama isaa haalaan dadachaasuun beekkamtii horateera.
Namoonni garuu 'tolchituu' jedhanii cigu, qollifataas turan. Osoo midhaan nyaatu miila isaa morma isaarra waan kaa'uf harmeen isaa mufatu ture.
Yeroo ammaa garuu galii itti argataa jira. Addunyaa naanna'ee gosa ispoortii qaama dadachaasuu (contortion) dalaguu fedha.