Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Hundeessaan Hamaas Sheek Ahimed Yaasiin eenyu?
Namoota Hamaas hundeessan keessaa tokko kan ta'eefi Israa'el ammoo haleellaawwan garaa garaatiif gaafatamaa taasiftu keessaa Sheek Ahimed Yaasiin tokko.
Sheek Ahimed Yaasiin umurii ijoolluummaa saanii irraa kaasee qaama miidhamaa yoo ta'an garuu haalli kun osoo qabsoo irraa isaanii hin daangeessin kanneen Hamaas hundeessan keessa tokko ta'uu himama.
Ofii Sheek Ahimed Yaasiin kan hoogganaa afuuraa garee Hamaas ta'uun tajaajilaa turanii booda Israa'eliin ajjeeffaman kun eenyu?
Viidiyoo kana dawwadhaa.