Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
'Uffata yeroo yunivarsiitii ture biten hanga ammaa uffadha' - Injinara kophee haxooftu
'Uffata yeroo yunivarsiitii ture biten hanga ammaa uffadha' - Injinara kophee haxooftu
Maxxanfame
Shamarree Mintaamir Ballaxa bara 2011 Yunivarsiitii Baahir Daar irraa mummee barnootaa Injinariingii huccuun eebbifamte.
Yeroo ammaa garuu magaalaa Finfinnee keessatti kophee haxaa'uun of jiraachifti. Hireen jireenya ishee akkamiin kanarra ishee geessise?