Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Dhalataa Dambi-Doolloo qonna ancootee Kanaadaatti jalqabee ardii hundatti beeksisaa jiru
Dhalataa Dambi-Doolloo qonna ancootee Kanaadaatti jalqabee ardii hundatti beeksisaa jiru
Maxxanfame
Ibsaa Asaffaa Silgaa jedhama. Magaalaa Dambi-Doollootti dhalatee guddate.
Yeroo ammaammoo ancootee kanaan dura Lixa Oromiyaa qofatti beekamu qonna bal'aa biyya Kanaadaatti jalqabeen ardiiwwan akka Ameerikaa, Awurooppaafi Awustiraaliyaatti beeksisaa jira.
Ancooteen inni Kanaadaatti qotuu jalqabe isa biyyaa caala jedha. Qonnaa biraatiinis nama Kanaadaa keessatti beekamu ta'eera. Isumarraa daawwadhaa.