Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Oromoo Waataa: 'Foon arbaa akka malee miyaa'u har'a nyaachuu hin dandeenye'
Ummanni Oromoo Waataa biyya Keeniyaa qarqara galaanaa jiraatu dur jireenyisaanii adamoo fi ija mukaa irratti kan hundaa'e ture.
Har'a garuu naannoo isaan dur jiraachaa turan lafa bosonaa eegumsi taasifamuuf waan ta'eef haala jireenyaa midhaan qotanii jiraachuu akka eegalan himu.
Gama biraatiin ammoo bineensoota daggalaa ajjeechuun seeraan erga dhorkamee booda jireenya qonnaa eegalanillen, haala jireenyaasaanii kan duriin walqabate ammalleen adamoon akka shakkaman himatu.
Haala itti dur harba addamsanii itti ajjeessaa turaniifi kaa irratti gaazexessitoota BBC Afaan Oromoo waliin turtiin taasisan kunooti.
Daawwadhaa!