Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
'Hojii hojjechuu hin barbaaadu, garuu rakkoo hedduu qabna'
'Hojii hojjechuu hin barbaaadu, garuu rakkoo hedduu qabna'
Maxxanfame
Itoophiyaan biyyoota addunyaa saamichi humna daa'immanii itti hammaatu keessaa tarree jalqabaa keessa argamti.
Daa'imman gannisaanii 15 gadi tahe hojii akka hin hojjenne seerri ni dhorka - haa tahu malee kanneen keessaa harka 60 kan tahan umriisaanii 11tti hojii eegalu tilmaamni jedhu jira.
'Filiphoos' daa'imman Itoophiyaa hedduu barnoota addaan kutuun hojiitti bobba'uuf dirqaman keessaati.
Kun seenaa isaati - dhiyaadhaa.