Akkamiin akka daa'imni qaro-dhabeessi umuriinsaa waggaa 11 mana-barumsaa itti ijaare

Akkamiin akka daa'imni qaro-dhabeessi umuriinsaa waggaa 11 mana-barumsaa itti ijaare
Maxxanfame

Mucaan qaroo-dhabeessi kun umuriin isaa waggaa 11 ta'ee osoo jiruu daree keessatti ijoollee barsiisuun gargaara.

Isayyu biyya waraanaan miidhamte haalli hin mijoofne Yaman keessa jiraata.

Daa'imummaaniifi qaroo-dhabuun garuu mana-barumsaa ijaaruu isa hin dhorkine.