Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Isheen Eenyu? 7: Hojii liistiroorraa hanga konkolaachistuu otobisii
Maxxanfame
Aadde Tigist Dassaalany jedhamti. Magaalaa Adaamaatti konkolaachistuu Otoobisii magaalaati. Wallaansoo jireenyaa mo'achuuf hayyama konkolaachisummaa qabadhee hojii listiroo hojjedheera jetti.