Irreechi Finfinnee fedhiin uffata aadaa dabaluuf sababa ta'aara.

Maxxanfame

Waggoota 150 caalaa erga addaan citee booda kan deebi'ee kabajamuuf jedhu Irreechi Finfinnee fedhiin uffata aadaa akka dabalu sababa ta'eera.