'Naannoo ta'uun furtuu waan hundaa ta'uu hin danda'u' - MM Abiy Ahimad

Maxxanfame

MM Abiy Ahimad Godina Kafaa magaalaa Boongaatti argamanii gaaffii naannoo ta'uu uummati Kafaa kaaseef deebii kennaniiru.

Gaaffiin naannoo ta'u irratti mari'atamee waliigalamee dhiyaannaan mootummaa Federaalaaf yaaddoo miti jedhan.