Ajjeechaafi darara lafa dhokataa biyya Buruundii kan keessa beeku waan saaxilu qaba.

Maxxanfame

Buruundii keessatti humni tikaa lammilee biyyattii darara hamaa dhoksaatti akka irraan ga'aa jiru saaxilame.