Sirna awwaalcha injinar Simmanyaw Baqqalaa

Maxxanfame

Pirojektiin Hidha Haaromsa Itoophiyaa Injinar Simanyaw gaggeessaa turan pirojektii biyyaati waan ta'eef kan inni jalqabe kun akka fiixaan ba'uuf imaanaan kan nama hundumaati jedhu.