Addunyaa irratti biyya godaantota simachuun beekamtu

Maxxanfame

Biyyoota addunyaa godaantota akka gaariitti simachuun beekamtu keessaa Ayislaand ishee tokko.