'Haadha hiyyeeyyii Dirree Dhawaa'

Maxxanfame

Harmeen kun magaalaa Dirree Dhawaatti jaarrolee fi hiyyeeyyii gargaaraa jiru. Gammachuun kan argamu waan hojjetaniini jedhu.